Gara Tiito'oo 1:3 - Waadaa Haarawa3 Barichi yeroo gayetti'llee ajaja Fayyisaa keenna Waaqaatiin ani akka lallabuuf karaa yaboo natti kennameetiin, Waaqinni dubbii isaa ni muldhise. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA3 Hennaa barri gaye akkuma qorichi keenna Rabbi ajajee yaboon naa kenname dubbii lallaba Oduu Nagayaa naa kennameen dubbii ufii ibse. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Inni hennaa murteessetti ajaja Rabbii fayyisaa keennaatiin lallaba yaboo natti kenname kanaan dubbii ufii addaataa godhe. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |