Gara Tiito'oo 1:2 - Waadaa Haarawa2 Amantiin kun'llee abddii dubbii jireenna bara baraa irratti ka hunddaaye, Waaqinni hin sobinne jireenna kana kennu'uuf barootaan duranatti, waadaa nuuf ni aseene. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 waan jireenna kanaatiif Rabbiin hin sobne baroota hedduun duratti abdii kenne. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
bineenissichi argitee duraan ni jira ture, amma hin jiru, maa'ii boolla gadi fago'ootii ni baya, gara badii isaa'llee ni deema, biyyiti lafaa yeroo uumamee jala qabee worra maqaan isaanii kitaaba jireennaa irratti hin barreeffamin jiraattonni arddi'ii, bineenissichi durssee ka ni jira ture, amma ka hin jirre, maa'ii ka dhufu ta'uu isaa yoo argan, ni maalalan.»