Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 7:9 - Waadaa Haarawa

9 Eegaa Malkeesadeeqii seedeqi Abrahaamiin yeroo wol qunnametti Leewiin abbaa isaa Abrahaamiin irraa waan hin dhalatiniif,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

9 Leewwiin kudhan keessaa tokko fudhatu karaa Abrahaamiitiin, «Kudhan keessa tokko baaseera»

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

9 Leewwiin kudhan keessaa tokko fudhatu karaa Abrahaamiitiin, «Kudhan keessa tokko baaseera»

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 7:9
7 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

ka kadhatu marrinuu ni fudhata, ka barbaadu'llee ni argata, balbala ka dhadhayuuf'llee ni banama.


Sababaa nama tokkotiin cubbuun gara biyya lafaa ni aseene, sababaa cubbu'uutiin'llee duuti ni dhufe, akkuma kana naminni marrinuu cubbuu waan hojjateef duuti nama mara irratti ni dhufe.


kudhan keessaa harka tokko fudhachuun ka isaan malu Leewiin mataan isaa karaa Abrahaamiitiin kudhan keessaa harka tokko kafalee jira jechu'u.


Naminni kun attam ol aanaa akka ta'e mee laalaa, Abrahaamiin abbaa gosaa ta'ee waan booju'uun argate irraa kudhan keessaa harka tokko baasee kennaa Mana Waaqaatiif ni kenneef.


Gara tokkoon worri kudhan keessaa harka tokko fudhatan du'oota worra ta'an, gara bira'aatiin garuu kudhan keessaa harka tokko ka fudhate, jiraataa ta'ee akka jiraatu ka rageeffameef Malkeeseedeqi.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ