Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 7:3 - Waadaa Haarawa

3 Malkeeseedeqi kitaaba keessatti abbaa beekkamee fi haadha yookiin gaalee dhalootaa hin qabu, baraaf jalqaba, jireenna isaatiif'llee muummee hin qabu, Malkeeseedeqiin kun'llee akka fakkeenna Ilma Waaqaa ta'uu isaatiin, bara baraan qeesii ta'ee ni jiraata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Abbaa fi haadha laakkoofsa hidda dhalootaallee hin qabu. Barrinii fi jireenni isaa jalqabaa fi dhuma hin qabu. Haata'uu ammoo akka Ilma Rabbii, baraa haga bara baraa gadaa ta'ee jiraata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Abbaa fi haadha, laakkobsa, hidda dhalootaallee hin qabu. Barrinii fi jireenni isaa jalqabaa fi dhuma hin qabu. Haa ta'uu ammo akka Ilma Rabbii baraa haga bara baraa gadicha ta'ee jiraata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 7:3
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Qormmaataan gara Yesusii dhufee, «Ati Ilma Waaqaa yoo taate mee, dhagaayyii kanniin buddeena akka ta'aniif ajaji!» jedheen.


Eegaa samiiwwan bira dabrree gara olii gara sami'ii ka baye itti gaafatamaa qeesotaa ol aanaan waan qabnnuuf, amantii keenna jabeessinee haa qabannuu, itti gaafatamaan qeesotaa'llee Ilma Waaqaa Yesus.


Malkeesadeeqii seedeqi nugusa Saalemiitii fi qeesicha Waaqa jiraata'aa ture, Malkeeseedeqiin kun'llee Abrahaam nugusota injifatee yeroo deebi'u, karaa irratti argamee jira ture.


«Akka muudama qeesummaa Malkeeseedeqii titti ati bara baraaf qeesicha» jedhamee, ragaan bayameefii jira.


Abrahaam'llee waan qabatee jiru mara irraayyuu, harka kudhan keessaa harka tokko baasee ni kenneef, Malkeeseedeqi hiikkaan maqaa isaa tokkoffaan, «Nugusa Qulqullumma'aa» ka bira'aa «Nugusa Saalemii» yookiin «Nugusa Nagayaa» jechu'u.


Malkeeseedeqi fiixaa Leewotaa yoma ta'uu dhabaate'llee Abrahaamiin irraa kudhan keessaa harka tokko kennaa Mana Waaqaa ni fudhate, Abrahaamii dubbiin abddi'ii kennameef'llee ni eebbiseen.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ