Gara Ibirootaa 5:7 - Waadaa Haarawa7 Yesus nama ta'ee biyya lafaa kana irra yeroo jiraatetti gara Waaqa du'aa isa kaasuu dandda'uu iyyiinsa ol aana'aan, imimmaan baayi'ee kadhanna'aa fi woriwwaataan kadhaa ni dhiyeesse, mataa gad qabataan mataa isaa ajajamaa taasisuu isaatiin, Waaqinni kadhannaa isaa ni dhagaye. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA7 Innillee hennaa lafa tana irra jiru laagaa gudda'aaf imimmaaniin faate'ee fi kaawwanii kadhachu'uun gara Waaqa isa hambisuu danda'uutitti dhiyeesse. Gadi uf qabee waan ajajameef Rabbi kadhaa isaa dhagayeef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 Inni hennaa lafa tana irra jiru laagaa gudda'aa fi imimmaaniin faate'een, kaawwaniillee kadhachu'uun gara Waaqa isa hambisuu danda'uutitti dhiyeesse. Gadi uf qabee waan ajajameef Rabbi kadhaa isaa dhagayeef. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Dhossaan amantii keennaa shakkii malee ol aana'aa, inni'llee Waaqinni, «Nama ta'ee ni muldhate, dhugaa ta'uun isaa'llee hafuuraan ni beekkame, maleyikkootatti ni muldhate, ummatoota maraaf ni lallabame, namoonni biyya lafaa irra jiran marrinuu itti ni amanan, ulfinnaan gara sami'ii ol ni deebi'e» ka jedhu.
Amma'llee waayee wonittoota ijaan hin muldhaneetiif Waaqinni yeroo ufi eeggachiiseentti Noohi Waaqa sodaachu'uun, maatii isaa fayyifachu'uuf doonii ka hojjate amanti'iin, amantii Noohiitiin'llee biyyi lafaa cubbamaa ta'uun beekkamee itti ni murtteeffame, Nohi'llee qulqullaawoma amanti'iin argamu ni dhaale.