Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 4:9 - Waadaa Haarawa

9 Eegaa ummata Waaqaatiif boqannaa Sanbbataa boqanni fakkaatu amma'llee ni hafaan,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

9 Eeganaa harabaafanni guyyaa Sambataa banii Rabbiitiif hafeera.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

9 Eeganaa hara baafanni guyyaa Sambataa banii Rabbiitiif hafeera.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 4:9
17 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Isiin'llee ilma dhiiraa ni deetti, inni ummata isaa cubbuu isaanii irraa waan isaan fayyisuuf, maqaa isaa Yesus ni jettaan.»


Kristos hammeennumaa mara irraa nu fayyisu'uu fi hujii mishaa hojjachu'uuf hisattootaa fi ummata qulqulluu isaaf adda baye akka taanu, nu qulqulleessu'uuf waayee keennaaf mataa isaa dabarssee ni kenne.


kanaaf'llee inni gammachuu cubbu'uun argamu ka yeroo irra, ummata Waaqaa woliin rakkinna fudhachu'uuf ni filate.


Dabaleellee, «Gara bakka ani isaaniif kennuu ka boqanna'aa gonkumaa hin galan! Jedhee dallanssuu tiyyaan kakadhee jira.»


Kanaaf gara bakka boqanna'aa ka inni nuuf kennuu galu'uuf abddiin fudhanne amma'llee ka eeggame waan taateef, isin keessaa eennu'llee gara bakka boqanna'aa kana galu'uuf carraa uduu hin argatin akka hin hafinneef, marri keennaa ufi haa eeggannuu.


Waaqinni hujii isaa irraa akkuma boqate akkuma kana ka gara boqannaa Waaqinni kennuu galu'llee, hujii isaa irraa ni boqata.


Hujiin isaa yeroo biyyi lafaa uumamee jala qabee ka xumurame yoma ta'e'llee, «Gara bakka ani isaaniif kennu ka boqanna'aa titti, gonkumaa hin galan jedhee dallanssuu kiyyaan kakadhee jira» Akkuma jedhe amma'llee nu'u ka amannu, garasi gara bakka boqanna'aa ka Waaqinni nu'uuf kennuu ni galla,


Iyyaasuun bakka boqanna'aa uduu isaanii kennee jiraatee Waaqinni irra deebi'ee, «Adha» jechu'uun, waayee guyyaa bira'aa hin dubbatu ture.


Isin duraan ummata Waaqaa hin turre, amma garuu ummata Waaqaati, duraan dhiifama hin arganne ture, amma garuu dhiifama argattanii jirttan.


Sami'ii qoonqqa akkana jedhu ni dhagaye, «Kana barreessi, ammaa achitti ka Gooftaa Yesusii ka ta'anii worri du'an, isaa ka eebbifaman!» Hafuurri Qulqulluun'llee, «Ee» «Dadhabbii isaanii irraa akka boqataniif, hujiin isaanii isaan ni horddofa» jedha.


Imimmaan mara ija isaanii irraa ni haqa, seerri duraanii waan dabrreef duuti yookiin gaddi yookiin bootti yookiin makkaraarnni, ammaa achitti hin jiraatu.»


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ