Gara Ibirootaa 11:9 - Waadaa Haarawa9 Isa woliin dhaalttota dubbii abddi'ii ka ta'an Yishaaqii fi Yaaqoobiin woliin, biyya abddi'ii titti keessummaa ta'ee, dukkaana keessa ka jiraate amanti'iin. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA9 Inni akka keessummaa biyya ormaa jiruutitti lafa isaaf waadaa galame san keessa amanta'aan jiraate. Akkuma worra isa woliin waadaa dhaalanii, akkuma Yaaqoobii fi Yisihaaqii dukkaanaa keessa akka galtu'uutitti jiraate. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Inni akka keessummaa biyya ormaa jiruutitti lafa isaaf waadaa galame san keessa amanti'iin jiraate. Akkuma worra isa woliin waadaa dhaalanii, akkuma Yaaqoobii fi Yisaaqii daasee keessa akka galtu'uutitti jiraate. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |