Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 11:3 - Waadaa Haarawa

3 Biyyi lafaa dubbii Waaqaatiin akka uumame ka hubannu amanti'iin. Kanaaf wonitti mulidhatu marrinuu ka hin mulidhannee irraa akka hojjatame ni beekinna.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Akkuma adunyaan dubbii Rabbiitiin uumame, wonti mudhatu, waan mudhatu irraa akka hin taane amanta'aan hubanna.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Akkuma adunyaan dubbii Rabbiitiin uumame wonti mudhatu, waan mudhatu irraa akka hin taane amanti'iin hubanna.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 11:3
17 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Wonitti marrinuu isaan ni uumame, waan uumame maraa keessaa'llee, wonitti tokko'llee isaa malee ka uumame hin jiru.


«Isin namoota nana maali'iif kana raawwattan? nu'llee akkuma keessan bee namootaa, nu'u asi ka dhufnneef isin waan tasa kana mara irraa fagaattanii, sami'ii fi arddii, garba ciisa'aa fi wonittoota isaan keessatti argaman mara gara ka uumee, gara Waaqa jiraata'aa akka deebitaniif, oduu Gammachu'uu isinitti himu'uuf,


Inni biyya lafaatii fi biyya lafaa irra ka jiru mara ka uume, Gooftaa sami'ii fi arddi'iit'lle'e, Inni mana waaqeffanna'aa ka harka namaatiin ijaarame keessa hin jiraatu.


Waayee Abrahaamii, «Abbaa ummata baayi'ee si taasisee jira» jedhamee barreeffamee jira, abddiin kun'llee ka kenname isa worra du'an ka kaasuu fi ka hin jirre'llee akka jiraatu Waaqa taasisutti waan amaneef ture.


Nu'u ka dubbannu garuu Waaqinni durssee barootaan duranatti, ulfinna keennaaf ka qopheessee fi dhokatee'llee ka ture, dhokissaa ogummaa Waaqaati.


Dubbii Waaqaatii fi kadhanna'aan ka qulqullaawome ni ta'a.


amma garuu baroota maa'ii kanniintti waan maraa dhaaltota ka isa taasise karaa Ilma isaatiin nutti ni dubbate, biyya lafaa mara'llee ka uume isaan.


dubbii Waaqaa misha'aa fi huminna biyya lafaa ka dhufuu'llee dhandhamanii turan,


Namoonni kunniin bara baayi'een duranatti samiin dubbii Waaqaatiin uumamuu isaa, arddiin'llee ka hojjatamitte bishaanii fi bishaaniin irraa ta'uu isaa, ta'e jedhanii ni waakkatan.


«Gooftaa keennaa fi yaa Waaqa keenna, waan maraa waan uumitteef, wonitti marrinuu ka uumamee fi ka jiraatu (jireenna ka argate) fedha keetiin waan ta'eef, ol aanttummaan, ulfinnii fi huminniti'llee si'iif ni male» ni jedhan turan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ