Gara Ibirootaa 10:9 - Waadaa Haarawa9 itti aanssee'llee, «Kunoo, ani fedhii kee raawwachu'uuf dhufee jira» jedhe, haala kanaan kitimaa bifa lammaffaa bakka buusu'uuf, kitimaa bifa jalqabaa diigee jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA9 Itti aansee Waaqa kiyya! «Ani fedhii kee guutu'uuf dhufeera» jedhe. Ka lammaffa'aa ijaaru'uuf jedhee, ka duraa diiga. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Itti aansee Waaqa kiyya! «Ani fedhii kee guutu'uuf dhufeera» jedhe. Ka lammeesso'oo ijaaru'uuf jedhee ka duraa diiga. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |