Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Ibirootaa 10:2 - Waadaa Haarawa

2 Seerri muda maleessota isaan taasisu'uuf uduu ka dandda'uutii namoonni Waaqeffanna'aaf dhiyaatan haala irra deebii hin qabnneen, cubbuu irraa waan qulqullaayanii fi cubbuun'llee akka isaanitti hin sammuu isaanii titti isaanitti waan beekkamuuf, kitimaa dhiyeessuu ni dhiisan ture.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

2 Akkana uduu ta'u dhabaatee worri kaddaaman hennaa tokko qulqullaayanii achiin maayii sammuu isaaniitiin cubbuu waan hin beenneef silaa ciincaa dhiyyeessuu hin dhiisanii?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

2 Akkana uduu ta'uu dhabaatee worri waaqeffatan hennaa tokko qulqullaayanii achiin maayii sammuu isaaniitiin cubbuu waan hin beenneef silaa ciincaa dhiyeessuu hin dhiisanii?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Ibirootaa 10:2
8 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Itti aanissee'llee, «Cubbuu isaaniitii fi hujii isaanii hamaa, ammaa achitti hin irratti hin yaadadhu» jedha.


Naminni ka galateeffatamu akka male'een rakkinna yoo fudhatu waayee Waaqaatiif jedhee, yoo obisse.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ