Gara Ibirootaa 1:4 - Waadaa Haarawa4 Maqaan isaaf kenname maqaa maleyikkoota maraatii olii waan ta'eef, Ilmi Waaqaa maleyikkoota irra haalaan ka caalee jiru. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA4 Maqaan Rabbi isaa kenne maqaa ergamtoota Rabbii caalu akkuma ta'e, Ilmi Rabbii ergamtoota Rabbii caala. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Kanaaf akkuma maqaan Rabbi isaa kenne maqaa maleekkotaa caalu, Inni ka maleekkota caalu ta'eera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |