Gara Ibirootaa 1:2 - Waadaa Haarawa2 amma garuu baroota maa'ii kanniintti waan maraa dhaaltota ka isa taasise karaa Ilma isaatiin nutti ni dubbate, biyya lafaa mara'llee ka uume isaan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA2 Amma ammoo bara maayi'ii kanatti Ilma ufiitiin nutti dubbateera, Ilmi isaa kun ka inni akka waa maraa dhaalu godhee muudee fi ka inni ittiin adunyaa uume. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 bara dhumaa kanatti ammo karaa ilma ufii ka waa maraa harka isaa jala galchee fi ka adunyaa ittiin uumeen nutti dubbate. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |