Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Filiimona 1:4 - Waadaa Haarawa

4 Kadhannaa kiyyaan si yaadata'aa yeroo mara Waaqa kiyya ni galateeffadha,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

4 Gooftaa Yesuusiin biratti, woyyoota maraa biratti waan jaalalaa fi amantaa keetii dhagayee,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

4 Gooftaa Yesuusiin biratti, woyyoota maraa biratti waan jaalalaa fi amantii keetii dhagayee,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Filiimona 1:4
8 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Maqaan amantii keessan biyya lafaa mara irratti waan dhagayameef, waan maraa durssee karaa Yesus Kristositiin, waayee mara keessaniitiif Waaqa kiyya ni galateeffadha.


isin kadhanna'aan yaadata'aa waayee keessaniin, Waaqaaf galata dhiyeessuu kiyya addaan hin kutu.


Isin yeroo yaadadhu marattuu Waaqa kiyya ni galateeffadha,


Isiniif yeroo kadhannutti Abbaan Gooftaa keenna Yesus Krstosii Waaqa Abbaa yeroo mara ni galateeffannaan.


Nu'u yeroo maraa isin kadhannaa keennaan isin yaadata'aa, Waaqaaf galata ni dhiyeessina.


Yaa obboleeyyan! Waayee keessaniin Waaqa yeroo maraa ni galateeffanna, galateeffachuun'llee barbaachisaa keenna, ka galateeffannuuf'llee amantiin keessan caala'atti guddata'aatii fi jaalalitti tokkoo tokkoo keessan ufii woliif, dabala'aa deemuu isaatiin.


Yeroo maraa halkanii fi guyyaa kadhanna'aan yoo si yaadadhu, akkuma abbootiin kiyya raawwatanitti ani'llee sammuu Qulqullu'uun Waaqa tajaajilu ni galateeffadha.


amantii Gooftaa Yesusiin qabdduu fi jaalala amanttootaaf'llee qabddu dhagayee jira,


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ