Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Gara Filiimona 1:3 - Waadaa Haarawa

3 Abbaa keenna Waaqa, Gooftaa keenna Yesus Kristosiin biraa'llee, kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaadhaa fi nageenni isiniif haa ta'u.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Rabbii Abbaa keennaa fi Gooftaa Yesuus Kiristoosiin irraa badhaadhaa fi nageenni isiniif haa ta'u.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Gara Filiimona 1:3
4 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Kanaaf worra Roomaa jiraattanii fi worra Waaqinni isin jaalateef worra isaa akka taataniif, ka isin waame maraaf, Abbaa keenna Waaqaa fi Gooftaa keenna Yesus Kristosiin irraa kennaan isaa ka bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.


Keennaan bilisaa ka Gooftaa keenna Yesus Kristosii, jaalallitti Waaqaa, tokkummaan Hafuura Qulqullu'uu isin mara woliin haa ta'u.


Abbaa keenna Waaqaa fi Gooftaa Yesus Kristosiin irraa, kennaan bilisaatii fi nageenni isiniif haa ta'u.


Kadhannaa kiyyaan si yaadata'aa yeroo mara Waaqa kiyya ni galateeffadha,


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ