Ergaa Yihudaa 1:8 - Waadaa Haarawa8 Akkuma kana namoonni kunniin eebjjuu isaaniitiin eemarama'aa foon isaanii ni batteessan, aangoo qabeeyyi'iif'llee hin ajajaman, sami'itti ulfinna worra qaban'llee ni arrabissan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA8 Haala kanaan namoonni kunniin eebjuu eebjatan nafa ufii batteessa'aa baallii Rabbii hin tuffatan. Worra ulfinna qabullee hin arrabsan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu8 Haala kanaan namoonni kunniin eebjuu eebjotan nafa ufii batteessa'aa baallii Rabbii hin tuffatan. Worra ulfinna qabullee hin arrabsan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Durissitootaa teessaniif ajajamaa, aangoo isaanii jala'llee ta'aa, isaan'llee itti gaafatama gaafatamaniin waan qabaniif waayee lubbuu teessaniitiif ni jabaatan, isin yoo ajajamittaniif isaan'llee hujii isaanii gammachu'uun ni raawwatan, kana ta'uu yoo dhabaate garuu hujii isaanii gaddaan ni hojjatan, kun'llee ka isin fayyadu hin ta'u.