Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Ergaa Yihudaa 1:7 - Waadaa Haarawa

7 Bifuma kanaan Sodoomii fi Gamooraan magaalawwan naannaya isaanii jiran'llee sagaagalttoota ni ta'an, seera uumamaatiin alatti'llee sagaagala ni raawwatan. Kanaaf isaan ibidda bara baraatiin worra adabamaniif, fakkeenna ta'anii jiran.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

7 Akkasuma Soodomii fi Gomooraan qachoota naannoo isaanii aadaa uumamaan ala ta'e, gara hujii seebaruma'aa nafa ufii dabarsanii kennaniiran. Isaanillee ibidda bara baraatiin adabama'aa worra rakkataniif fakeenna ta'aniiran.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

7 Akkasuma Soodomii fi Gomooraan qachoota naannoo isaanii aadaa uumamaan ala ta'e, gara hujii seebarumma'aa nafa ufii dabarsanii kennaniiran. Isaanillee ibidda bara baraatiin adabama'aa worra rakkataniif fakkeenna ta'aniiran.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Ergaa Yihudaa 1:7
27 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Dhugamaan isiniin jedha, Guyyaa Murti'ii Waaqaa titti magaalaa san irra namoota Sadoomii fi Gamora'aatiif, adabbiin isaaniif ni diqqaataaf.»


Kanaaf dhugamaan siin jedha, Guyyaa murti'ii titti si irra, Sodoomii adabbiin ni salphataaf!»


«Kanaan duubatti gara bira'aatiin worra jiraniin'llee, akkana ni jedha, ‹isin worri abaaramttan nana! Ana irraa garas fagaadhaa! Sheexanaa fi maleyikkootaa horddofttoota isaatiif gara bakka qophaayee, gara ibidda bara baraa deemaa!


Garuu Looxi Sadoomii guyyaa itti bayetti, Ibiddaa fi dinniin sami'ii roobee marumaa ni balleesse,


Hamaaleyyiin Mootummaa Waaqaa akka hin dhaalle ni beekitanii mitii ree? Waan kanaan hin sobaminaa, yookiin Waaqa harkaan hojjatame waaqeffattoonni, yookiin sagaagalttoonni, yookiin worri dhiiraan woliin sagaagalummaa raawwatan,


Amma rakkinna worra rakkinna itti fudhattaniif'llee nu'uun woliin boqannaa isiniif ni kenna. Kun'llee ka ta'u Gooftaan Yesus maleyikkoota isaa ol aanttotaan woliin, sami'ii yeroo itti bu'utti,


sami'ii ka muldhatuun'llee ibdda bobayuun, yeroo sanitti Waaqa worri hin beekinnee fi wongeela Gooftaa keenna Yesusiitiif worri hin ajajaminne'llee ni adaba.


Bifa kanaan baayi'eewwan karaa isaanii saalifachiisaa ni horddofan, gocha isaanii irraa'llee ka ka'een karaa dhuga'aa ni arrabisama.


dabalee'llee worri Waaqa hin waaqeffanne marrinuu fakkeenna adabamaa akka ta'aniif, magaalaawwan Sodoomii fi Gamoora'aa haga daaraa ta'anitti, gubanii akka balleessaniif isaanitti ni murtteesse,


Waaqa namoonni hin waaqeffanne sami'ii fi arddiin amma jiran haga yeroo itti badanii haga guyyaa murti'ii titti, ibiddaan eeggamanii ni turan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ