Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Ergaa Yihudaa 1:12 - Waadaa Haarawa

12 Namoonni kunniin saalifata malee wiriqachu'uun tokkumma'aan afeerrii irratti yoo argaman gufuu isaanitti ni ta'an, isaan ka yaadan waayee mataa isaanii qofa, akka waan bubbe'een dhiibamanii isaan akka duumessa rooba hin qabnne ka bubbe'een dhiibamuuti. Ji'umaa firi'ii tittuu akka muka firiin irratti hin argaminne, akka muka jalaan buqqifameetii fi isaan akka muka yeroo lama du'eeti.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

12 Kunniin waamsa jaalalaa keessanitti yoo isin woliin waamaman, waamsa jaalalaa san xureessan. Isaan tissema ufii uf sooran. Isaan akka duumessa rooba hin qabnee, ka qilleensaan oofamuu, akka midhaan hennaa daraaree gawutti ija hin godhanne, akka muka gogee hiddaan buqqa'ee,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

12 Kunniin waamsa jaalalaa keessanitti yoo isin woliin waamaman, waamsa jaalalaa san xureessan. Akkasuma isaan tissee ufuma callaa soortu. Isaan akka duumessa rooba hin qabnee ka qilleensaan oofamuu, akka midhaan hennaa daraaree gawutti ija hin godhanne, akka muka gogee hiddaan buqqa'ee,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Ergaa Yihudaa 1:12
35 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Haa ta'u malee yeroo aduun baatetti ni qaamaye, hidda waan hin qabneef'llee ni goge.


Inni garuu akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Biqilttuun Abbaan kiyya ka sami'ii hin dhaabin marrinuu ni buqqifama,


Haa ta'u malee yeroo aduun baatetti ni qaamaye, hidda gad fagaate waan hin qabnneef'llee ni goge.


Garuu tajaajilaan sun, ‹gooftaan kiyya dadafee hin dhufu ni tura› jedhee yaadu'uun, nyaata'aa, dhuga'aa, machaaya'aa'llee tajaajilttoota dhiiraa fi dubarttootaa dhaanuu jala ni qaba.


Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Uffata goga'aa diima'aa fi uffata haphii ka uffatu, nama dureessa tokkotu jira ture, inni'llee guyyama guyya'aan jireenna qanani'iin ni jiraata ture.


Itti aansee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Baayi'inna nyaataatii fi dhugaati'iitiin, machi'iin baashayu'uu fi waayee jireennaa biyya lafaatiif sarddamu'uun'llee, onneen keessan akka hin hadoonneef, ufi eeggadhaa! Kana ta'uu yoo dhabaate garuu guyyaan sun akka siibo'oo titti, dimmaa isin ni qaba.


Sanyiin bira'aa'llee lafa dhagaalessa irratti ni bu'e, yeroo bayetti'llee laftti jiidha waan hin qabnneef, biqilli ni goge.


Ammaa achitti daba sossoba namootaatiin ka qophaaye, bubbee barisiisa dogoggorssa'aatii fi honbololatti'iin garanaa fi garas dhiibamanii akka daa'imman fudhatamanii hin taanu.


Isaaniif Waaqinni isaanii garaa isaaniiti, wonitti saalfachiisaa ta'e isaaniif ulfinna isaaniiti, yaadinni isaanii'llee ka xiyyeeffatu waan arddiilessa irratti, kanaaf muummeen isaanii badi'i.


Haati hiyyeessaa ta gammachuu biyya lafaa kana qofa jaalattu garuu, isiin ta dhaabattatti duute.


Ka hin baratamin barsiisa gara garaatiin hin booji'aminaa, onneen keenna seerota nyaataa ka gara garaa eegu'uun uduu hin ta'in, kennaa isaa ka bilisaatiin uduu jabaatee dhaabateetii misha'a, seera nyaataa kana namoonni horddofan, womaayyuu isaan hin fayyadinne.


Qanani'ii fi gammachu'uun jiraachu'uun onnee teessan akka horii qalmmaaf qophaayee titti, furdifittanii jirttan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ