Ergaa Yaaqoob 5:5 - Waadaa Haarawa5 Qanani'ii fi gammachu'uun jiraachu'uun onnee teessan akka horii qalmmaaf qophaayee titti, furdifittanii jirttan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA5 Isin lafa irratti qanani'ii fi gammachu'uun jiraattaniirtan; seebaruu keessa jiraattan. Guyyaa qalamtaniif uf gabbiftaniirtan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Isin lafa irratti qanani'ii fi gammachu'uun jiraattaniirtan; seebaruu keessa jiraattan. Guyyaa qalamtaniif uf gabbiftaniirtan. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Namoonni kunniin saalifata malee wiriqachu'uun tokkumma'aan afeerrii irratti yoo argaman gufuu isaanitti ni ta'an, isaan ka yaadan waayee mataa isaanii qofa, akka waan bubbe'een dhiibamanii isaan akka duumessa rooba hin qabnne ka bubbe'een dhiibamuuti. Ji'umaa firi'ii tittuu akka muka firiin irratti hin argaminne, akka muka jalaan buqqifameetii fi isaan akka muka yeroo lama du'eeti.