Ergaa Yaaqoob 5:4 - Waadaa Haarawa4 Haa ta'u malee qonna keessan keessa haama'aa hojjattoota oolaniif gatii isaanii waan hin kafaliniif kunoo, qooniqqi mormi'ii ka iyyaanssa isaanii ni dhagayama, iyyaanssa worra callaa sasaabddotaa'llee, Gooftaan hooma'aa dhagayee jira. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA4 Mindaan isin worra midhaan keessan haaman dhooggattan sun hin iyya, iyyi worra midhaan keessan haamanii gurra Gooftaa banii maraa seeneera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu4 Mindaan isin worra midhaan keessan haaman dhooggattan sun hin iyya; iyyi worra midhaan keessan haamanii gurra Gooftaa banii maraa seeneera. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |