Ergaa Yaaqoob 4:5 - Waadaa Haarawa5 Akkuma kana kitaabnni Qulqulluun, «Hafuurri Waaqinni isin keessa bulche isa qofaaf akka taanu, ciminnaan ni hawwa» ka jedhee, tasaan moo? အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA5 Moo ka kitaabni, «Hafuurri nu keessa hinaaffa'aan hawwa» jedhu sun waan akkanumaan dubbate seetanii? Haata'uu ammoo badhaadhummaa caalu kenna. Waan akkanumaan dubbate seetanii? အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Moo ka kitaabni, «Hafuurri nu keessaa hinaaffa'aan hawwa» jedhu sun waan akkanumaan dubbate seetanii? Haa ta'uu ammo badhaadhummaa caalu kenna. Waan akkanumaan dubbate seetanii? အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Manni Waaqeffannaa ka Waaqaa waaqolee harkaan hojjatamaniin woliin woliigalttee maal qaba? Waaqinni'llee, «Bakka jireenna kiyyaa ummata kiyya jidduu ni taasisa, isaan woliin'llee ni jiraadha, Ani Waaqa isaanii ni ta'a, isaan'llee ummata kiyya ni ta'an» jedhee akkuma dubbate, nu'u tokkoon tokkoon keenna Mana Waaqeffannaa Waaqa jiraata'aati.