Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Ergaa Yaaqoob 4:4 - Waadaa Haarawa

4 Isin ganttoota nana! Biyya lafaa ka jaalatu diina Waaqaa ta'uu isaa hin beekittanii moo? eegaa ka biyya lafaa jaalatu marrinuu diina Waaqaa ta'uu isaati.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

4 Seebartoota adunyaa jaalachuun Rabbiin wol loluu akka ta'e, hin beettanii? Eegasuu ka biyya lafaatiin goshoo ta'uu fedhu maruu diina Rabbii ta'eera. Namni jaalalloo adunya'aa ta'u maruu diina Rabbii ta'eera.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

4 Seebartoota adunya'aa jaalachuun Rabbiin wol loluu akka ta'e hin beettanii? Eegasuu ka biyya lafaatiin goshoo ta'uu fedhu maruu diina Rabbii ta'eera. Namni jaalalloo adunya'aa ta'u maruu diina Rabbii ta'eera.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Ergaa Yaaqoob 4:4
24 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Inni garuu akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Hama'aa fi dhaloonni hin amanne baasa argu'uuf ni barbaada, garuu baasa nabiyyicha Yoonaasiitiin alatti, baafinni bira'aa hin kennamuuf.


Dhaloonni hama'aa fi hin amanne malikata argu'uuf ni barbaada, garuu malikata nabiyyicha Yoonaasii malee, malikanni bira'aa hin kennamuuf.» Kanaan duubatti Yesus isaan dhiisee, gara bakka bira'aa ni deeme.


«Naminni tokko gooftota lamaaf tajaajilaa ta'uuf hin danda'u, yookiin tokko jibba, ka bira'aa'llee ni jaalata, yookiin tokko ni kabaja, kaan ni tuffata, akkuma kana naminni tokko yeroo tokkoon, Waaqaa fi qarshi'ii tajaajilaa ta'uuf hin danda'u.


Isaan irratti akka nugusa ta'u worra hin barbaadin diinnota kiyya sanniin garuu, asi fida'aatii ana duranatti isaan ajjeesaa! isaaniin jedhe.


Ka biyya lafaa yoo taatan biyyi lafaa ka isaa ka ta'e ni jaalata ture, isin garuu ka biyya lafaa waan hin ta'inii fi ani biyya lafaa irraa fooyee waan isin filadheef, biyyi lafaa isin ni jibba.


Ani dubbii kee isaaniif kennee jira, akkuma ani biyya lafaatii hin ta'in, isaan'llee biyya lafaa irraayyii miti, kanaaf biyyi lafaa isaan ni jibbe.


Biyyi lafaa isin jibbu'uuf hin dandda'u, ani garuu hujiin isaa hamaa ta'uu waan ragaa bayuuf, ana ni jibba.


Nu'u diinota Waaqaa taanee uduu jirru, du'a Ilma isaatiin Waaqa woliin araaraminnee jirra, amma Waaqaan woliin eega araaraminneen duubatti karaa jireenna Ilma isaatiin, caala'attuu ni fayyina.


Waan foonii naminni yaadu Seera Waaqaatiif waan hin ajajaminnee fi ajajamu'uuf'llee waan hin dandeenneef, inni diina Waaqaati.


Eegaa, ogeessi eessa jira? barsiisaan seeraa eessa jira? qorataan hoo eessa jira? Waaqinni ogummaa biyya lafa tanaa gowummaa taasisee hin jiruu ree?


Namoonni biyya lafa tanaa ogummaa mataa isaaniitiin Waaqa beeku'uuf akka hin dandeenne Waaqinni ogummaa isaatiin isaanitti ni cufe, garuu akka gowumma'aa titti ka laakkayamu wongeela nu'u barsiifinnutti worra amanan fayyisu'uuf, fedhiin Waaqaa ta'ee jira.


Eegaa, ani ka barbaadu naminni akka ana galateeffatuuf moo? yookiin Waaqinni akka ana galateeffatuuf? yookiin nama gammachiisu'uuf ka barbaadu isinitti fakkaatee ta'innaa laata? Namoota gammachiisu'uuf ka barbaadu uduu ta'eetii, tajaajilaa Kristosii hin ta'uuyyu ture.


Waaqa Abbaa duranatti qulqullu'uu fi amantii hin battaayin, «Ijoollee Abba'aa fi haati jalaa du'an, akkuma kana dubarttoota abbootiin worraa isaanii jalaa du'an rakkinna isaaniitiin isaan gargaaruu, mataa ufi'llee battaayinna biyya lafaa irraa eegu'u.»


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ