Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




Ergaa Yaaqoob 4:3 - Waadaa Haarawa

3 Yoma kadhattan'llee deebii kadhannaa keessan ka hin arganneef, wonitti kadhattan gammachuu foonii irra oolichu'uuf, yaada hama'aan waan kadhattaniif.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Isin waan argatan san hawwii foon keessanii guutachu'uuf jettanii dharaan waan kadhataniif hin argattan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Isin waan argattan san hawwii foon keessanii guuttachu'uuf jettanii dharaan waan kadhattaniif hin argattan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




Ergaa Yaaqoob 4:3
25 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yesus garuu, «Isin waanuma kadhatanuu hin beekittan, ani yeroo dhiyo'otti ka dhugu duloo rakkinnaa dhugu'uuf ni dandeettanii ree?» isaaniin jedhe. Isaan'llee, «Ee ni dandeenna!» jedhan.


Yesus garuu, «Waan kadhattanuu hin beekittan, ani ka dhugu duloo rakkinnaa dhugu'uuf ni dandeettanii ree? Akkuma kana cuuphama ani cuuphamu hoo cuuphamu'uuf ni dandeettanii?» isaaniin jedhe.


ka kadhatu marrinuu ni fudhata, ka barbaadu'llee ni argata, cufantaa'llee ka dhadhayuu ni banamaaf.»


Guyyaa muraasaan duubatti maandhichi qabeenna isaa maraa wolitti qabee gara biyya fago'oo ni deeme, biyya sanitti'llee qabeenna isaa mara tasatti ni balleese.


Ilmi kee kun garuu qabeenna kee dubarttoota sagaagalttootaan woliin baashessee yeroo deebi'etti, mirgoo coome ni qaltteef.›


Isin jidduu woraanni jiruu fi wol dhabbinni, eessaa ka dhufe? Qaama keessan keessatti ka isin woraanu fedhii keessan ka foonii irraa ka dhufee mitii ree?


Ajajoota Waaqaa ka raawwannuu fi waan isa gammachiisu'llee ka raawwannu waan taaneef, waan kadhannuu maraa isa irraa ni ariganna.


Waanuma kamiinuu akka fedha isaa titti yoo kadhanne, akka nuuf dhagayu ni abiddanna.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ