Ergaa Yaaqoob 3:9 - Waadaa Haarawa9 Isi'iin'llee Abbaa keenna Waaqa ni galateeffanna, akkuma kana isi'iin namoota fakkeenna Waaqaatiin uumaman'llee ni abaarra. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA9 Isumaan Aabba'aa fi Gooftaallee eebbifna. Isumaan namoota fakkeenna Rabbiitiin uumamanillee abaarra. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Isumaan Aabba'aa fi Gooftaallee eebbifna; Isumaan namoota fakkeenna Rabbiitiin uumamanillee abaarra. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |