Ergaa Yaaqoob 3:5 - Waadaa Haarawa5 Akkuma kana arrabinni kutaa shiikkoo qaamaa yoo taatu, wonittoota ol aanttotaan ni dhaadatti, bosonni guddaan ka gubatu ibidda shiikko'oon. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA5 Akkasuma arrabni waan diqqoo ta'ee uduu jiru waan gudda'atti dhaadata. Ibiddi diqqoon bosona guddaa attamii gubidi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu5 Akkasuma arrabni waan diqqoo ta'ee uduu jiru waan gudda'atti dhaadata. Ibiddi diqqoon bosona guddaa attamii gubdi. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |