Ergaa Yaaqoob 1:8 - Waadaa Haarawa8 Kun'llee ka ta'u yaada lama waan qabuu fi karaa isaa titti'llee waan asii fi achi jedhuuf. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA8 Namni sun Gooftaa biraa waan tokkollee waan argatu isatti hin fakkaatin. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu8 Namni sun Gooftaa biraa waan tokkollee waan argatu isatti hin fakkaatin. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Inni'llee waayee kanaa ergaawwan isaa mara keessatuu bifuma kanaan barreessee jira, ergaa isaa keessatti wonittoonni hubachu'uuf nama dhiban tokko tokko ni jiran. Beekkomissi ka isaanitti dhidhate asii fi achi dhoofttonni kaanniin Kitaabban Qulqulluu bira'aa akka dabissan, wonittoota kanniin'llee ni dabissan, kana'llee ka raawwatan badii isaaniitiif.