3 Ergaa Yohaannis 1:2 - Waadaa Haarawa2 Yaa waahela kiyya! Jireenni kee marrinuu akka si mijaayu, fayyaa akka qabaatuu fi akkuma kana boqannaa hafuuraa akka argattu siif ni hawwa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA2 Jaalalloo kiyya, lubbuun tee akka misha'atti akka jiraattu, wonti maruu akka wol-siiqixxaayatuuf akka fayyaa qabaattu Rabbiin sii kadhadha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Jaalalloo kiyya! lubbuun tee akka misha'atti akka jiraattu, wonti maruu akka wol sii qixxaayuu fi akka fayyaa qabaattu Rabbiin sii kadhadha. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |