Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




2 Gara Ximotewoosii 4:3 - Waadaa Haarawa

3 Namoonni barsiisa jireenni ittiin argamu dhagayu'uuf yeroon itti hin barbaadnnetti ni dhufa, barsiisota waan isaan jaalatan isaanitti himan wolitti ni qaban.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Hennaan namoonni, barumsaa sirrii ta'e dhagayuu jibban waan dhufuuf, worra gurrii isaanii dhugaa dhagayuu dhiise, dhara dhagayu'uuf isa hoossisu, akka fedha ufiititti barsiisota ufii qopheeffatan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Hennaan namoonni, barumsaa sirrii ta'e dhagayuu jibban waan dhufuuf, worra gurrii isaanii dhugaa dhagayuu dhiisee dhara dhagayu'uuf isa hoossisu, akka fedha ufiititti barsiisota ufii qopheeffatan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




2 Gara Ximotewoosii 4:3
33 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Barsiisonni seeraatii fi itti gaafatamoonni qeesotaa fakkeenna kana isaan irratti akka dubbate beekanii, yeroo sanitti isa qabu'uuf barbaadanii turan, garuu ummata ni sodaatan.


«Namoonni marrinuu waayee keessan mishaa yoo dubbatan, isinii uunsha'a! Abbootiin keessan'llee nabiyyoota dharaatiif, akkuma kana taasisanii turan.»


Kana ka jedhaniif, namoonni Ateenaatii fi namoonni Ateenaa jiraatan ka biyya alaa, namoonni marri waan haarawa dubbachuu fi dhagayuu qofaan, yeroo isaanii dabarssuu ni jaalatan waan tureef.


Yaa obboleeyyan! Gara keessan yeroo dhufetti waayeen Waaqaa ragaa ka baye, dandeettii haasaya kiyyaatii fi ogummaa falaasamaa kiyyaa muldhisu'uunii miti.


Haasofnni kiyyaa fi lallabnni kiyya'llee ogummaa namaatii fi haasayaa midhaassu'uun uduu hin ta'in, huminna Hafuura Waaqaatiin ka irkifame ture.


Eegaa, amma dhugaa isinitti waan dubbadheef, diina keessan ta'ee arigamee ree?


sagaagalttootaa fi worra wol qunnamittii saalaa dhiira woliin raawwatan, nama ukkaamisanii fudhachu'uun daldalttoota gurguran fi sobddootaaf, sobaan worra kakatanii fi barnnoota dhuga'aa waan ta'e maraafuu waan masaanuu ka raawwataniif.


Dubbii amanisiisaa ana irraa baratte akka fakkeennaa taasfttee, Yesus Kristosiin amantii fi jaalala qabnnu eegi.


Isaan, «Bara muumme'ee titti fedhii Waaqaa irraa ka fagaatan, fedhii hamaa mataa isaanii ka horddofan baldditoonni ni dhufan» isaaniin jedhanii turan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ