2 Gara Ximotewoosii 1:7 - Waadaa Haarawa7 Waaqinni ka nuuf kenne hafuura huminnaa fi jaalalaa, mataa keenna'llee ka ittiin toowannu malee, hafuura soda'aatii miti. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA7 Rabbi Ayyaana hunnaatii fi ka jaalala, ka uf qabu'uu nuu kenne malee, Ayyaana soda'aa nuu hin kennine. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu7 Rabbi Ayyaana hunnaatii fi ka jaalala, ka uf qabu'uu nuu kenne malee Ayyaana soda'aa nuu hin kennine. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |