2 Gara Worra Tasaloonqee 3:3 - Waadaa Haarawa3 Gooftaan garuu amanama'a, inni isin in jabeessa, sheexana irraa'llee isin ni eega, အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA3 Haata'uu ammoo Gooftaan isin dhaabu ka hamaa irraa isin eegu amanama'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Haa ta'uu ammo Gooftaan isin dhaabu, ka hamaa irraa isin eegu amanama'a. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Qormmaata nama irra gayuun alatti, qormmaanni bira'aa isin irra hin geenne. Waaqinni amanama'a, qormmaanni huminna keessanii ol ta'e akka isin irra gayu hin eeyyamu, yeroo itti qormaatamttantti'llee huminna ittiin obissitan isinii kennu'uun, karaa qormaataa keessaa ittiin baatan isiniif ni qopheessa.