Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 6:9 - Waadaa Haarawa

9 Dureeyyii ta'u'uuf worri barbaadan garuu qormmaataan ni kufan, hawwii hamaa namoota faayida'aan ala taasisuu fi balleessu ka tasaatiif hammaataa ta'e, woshaadoo baayi'e'een ni qabaman.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

9 Haata'uu ammoo worri dureeyyii ta'uu barbaadan badi'ii fi diiggamaan waan namoota liqimsuun, ceemsiisuun, waan nama miidhuuf, hawwii gudda'aa fi soba ataabe'ee irratti kufan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

9 Worri dureeyyii ta'uu barbaadan ammo gara qormaataatii fi gara siibo'oo, akkasuma gara namoota diigu'uutii fi gara waan nama liqimsuu fedha duwwa'aa fi hama'atti kufan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 6:9
42 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Qoree ximmiraayaa jiddu'utti sanyiin facaafame ka muldhisu, waayee nama dubbii Waaqaa yero'oof dhagayuuti, haa ta'u malee yaadinni biyya lafaa kanaatii fi jaalalli qabeennaa gara onnee isaa aseenee, dubbicha waan dhudhuuf firii malee ni hafa.


Dargaggeessichi garuu qabeenna baayi'ee ni qaba waan tureef kana yeroo dhagayetti, gadda'aa ni deeme.


«Yesusiin dabarssee uduu isiinii kennee, maal naa kennitan?» jedhe. Isaan'llee qarshii 30 ni kennaniif,


Dabalee'llee Yesus akkana ni jedhe, «Bili'ii fi danddiin bakka balleessanitti, hattoonni'llee cabbissanii bakka hatanitti, arrdii kana irratti mataa keessaniif qabeenna hin kuufanaa.


Haa ta'u malee yaadinni biyya lafa kanaa, jaalallitti qabeennaatii fi ka bira'aa'llee hawwiin tasaa gara onnee isaanii aseenee dubbii Waaqaa waan hudhuuf, firii malee ni hafa.


«Mataa isaatiif arddii irratti qabeenna ka wolitti qabatu, Waaqa duranatti garuu naminni hiyyeessa ta'e, akkanuma kana ni ta'a.»


Guyyaan sun arddii irratti namoota arigaman maraa, dimmaa isaan ni qaba.


Phexiros garuu akkana ni jedheen, «Kennaa Waaqaa qarshi'iin argachu'uuf yaaduu keetiin, qarshiin kee si woliin haa badu!


Kanaaf sossobee gara cubbu'uu hawwii eemaruun ka badee fi durssitanii ka ittiin ni jiraattan turttan, eennummaa moofaa amala uumama duraanii dhabamisiisaa.


akkuma kanaan'llee seerri ka hojjatame namoota mishaawwanii akka hin ta'in ni beekinna, seerri ka hojjatame hamaaleyyi'ii fi yakkamttootaaf, worra Waaqa hin waaqeffanne cubbamootaaf, qulqullaawoma worra hin qabnnee fi worra waan hafuuraa jibbaniif, abba'aa fi haadha worra ajjeesanii fi lubbuu ajjeefttotaaf,


Asha'aa fi woshaadoo sheexanaa keessatti akka hin kufnnee fi namoota hin amanne biratti'llee maqaa mishaa akka qabaatu barbaachisa.


Kun'llee ka ta'u jaalalli qarshi'ii, burqaa hammeenna maraa waan ta'eef.


Dureeyyiin biyya lafa kanaa akka ufi hin dhaanneef yookiin abddii isaanii qabeenna amansiisaa hin ta'in irratti akka hin taasfnneef isaan ajaji, akkuma kana abddii isaaniitiin nu'llee akka gammannu, waan maraa irraa hafaa taasisee ka kennu Waaqa irratti akka ta'u isaan ajaji.


Bifa kanaan gara qalbbii isaanii deebi'anii fedhii sheexanni akka raawwatan, woshaadoo isaan qabe keessaa ni bayan.


Kennaan bilisaa kun'llee waakki'ii fi hawwii foonayaa dhiisu'uun mataa ufii toowachu'uun, qajeelumaa fi nama hafuuraa ta'u'uun biyya lafaa kana irra akka jiraannu nu barsiisa.


Barsiisonni dharaa tunniin qarshi'iif haafayuu irraa ka ka'een seennaa ufii isaaniitii qopheessan oddeessa'aa, isaan ni saaman. Bara baayi'e'een duranaa'llee jalqabee murttiin isaaniif qophaayee jira, badiin'llee dhugamaanuu isaan ni eeggata!


Karaa Qaaye'liitiin waan deemaniif, qarshi'iif jedhanii dogoggora Bala'aamiitiin waan kufaniif, Qoreen'llee akka isaan isaan'llee waan isa mormmuu isaaniitiin waan badaniif, isaanii uunisha'a!


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ