1 Gara Ximotewoosii 6:3 - Waadaa Haarawa3 Barsiisa Waaqa dhuga'aa waaqeffachu'uu woliigalaa ka ta'e, dubbii qulqulluu Goftaa keenna Yesus Kristosii dhiisee barsiisa addaa ka barsiisu naminni kum'llee yoo jiraate, အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA3 Eennullee barumsa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii ta'een ala, ka barumsa addaa barsiisuuf dubbii nagaayaa, barumsa Rabbiin sodachu'uu kana ka hin fudhanne yoo jiraate, inni nama womaa hin beenne ka, အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Eennullee barumsa Gooftaa keenna Yesuus Kiristoosii ta'een ala, ka barumsa addaa barsiisuuf dubbii nagayaa, barumsa Rabbiin sodaachu'uu kana ka hin fudhanne yoo jiraate, inni nama womaa hin beenne ka uf jaju'uun bokoke; အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |