1 Gara Ximotewoosii 5:9 - Waadaa Haarawa9 Woggaa jahaatamaa gad ka ta'e dubarttiin abbaan worraa irraa du'e, galmmee haadhotii hiyyeessaa irratti hin barreeffamin, akkuma kana ta abbaa worraa tokko qofatti heerumtte akka taatu barbaachisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA9 Ta abbaa manaa hin qabne galmee irratti yoo bareeffamtu, umuriin isi'ii woggaa jaahatamaa gadi akka hin taaneef, dubartii abbaa manaa tokko qabdu ta'uu barbaachisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu9 Ta abbaa manaa hin qabne galmee irratti yoo bareeffamtu, umuriin isi'ii woggaa jaahatamaa gadi akka hin taanee fi dubartii abbaa manaa tokko qabdu ta'uu barbaachisa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Dubarttiin amanttuu taate takka mana isi'ii titti dubarttoota abbootiin worraa isaanii irraa du'an yoo qabaatte, ba'aa woldaya amanti'ii akka isaan hin taaneef isiin isaan haa gargaarttu, bifa kanaan woldeenni amanti'ii worra gonkumaa gargaaraa hin qabnne dubarttoota abbootiin worraa isaanii irraa du'an gargaaruu ni dandeetti.