1 Gara Ximotewoosii 5:3 - Waadaa Haarawa3 Dhugamaanuu dubarttoonni abbootiin worraa isaanii irraa du'an isaan kabajaa. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA3 Dubartoota abbaa manaa hin qabne kabajji. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Dubartoota abbaa manaa hin qabne kabajji. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Yeroo muraasaan duubatti lakkofssi amanttootaa baayi'ataa yoo deemu, afaan worra Giriiki'ii Yihudonni dubbatan namoota biyya Yihuda'aa ka ta'an ka ta'an irratti, guungumuu jala ni qaban, ka guungumaaniif'llee gargaarssa guyyaa guyyaan ni qoodama tureen, dubbarttoota abbootiin worraa isaanii irraa du'anitti shilla jedhan waan turaniif.
Kanaaf Phexiros ka'ee ergamootaan woliin ni dhufe, Yeroo achi gayetti'llee, gara kutaa mana wol irraa jiruu ni fidaniin, dubarttoonni abbaan worraa irraa du'an marrinuu naanaya isi'ii dhaabatanii booya'aa, Dorkaas yeroo isaan woliin lubbu'uun jirttutti shinshiniiwwan hojjattee fi uffatoota ni mulidhisan ture,