Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 4:3 - Waadaa Haarawa

3 Namoonni akkanaa jiran kunniin fuudha ni dhoogan, ka amananii fi namoonni dhugaa beekan'llee isa galateeffata'aa akka soorataniif nyaata Waaqinni isaaniif uume, «Hin nyaatnaa» jedha'aa ni dhoogan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Worri sobu kun akka namni wol hin fuune dhooggan, worri amananii dhugaa beekan galata woliin akka fudhatanii hin nyaanne, nyaata Rabbi isaanii uume irraa akka fagaatan godhan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Worri sobu kun akka namni wol hin fuune dhooggan; worri amananii dhugaa beekan galata woliin akka fudhatanii hin nyaanne, nyaata Rabbi isaanii uume irraa akka fagaatan godhan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 4:3
30 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Kanaan duubatti ummanni raasaa lafa margaa irra akka taa'an ni ajaje, buddeena shanii fi qurxummiiwwan lamaan ol fuudhee, gara sami'ii ol laaleeti kadhannaa galataa ni taasise, buddeena'llee kukkutee barattootaa isaa titti ni kenne, barattoonni isaa'llee ummataaf ni qoodan.


Nama ka batteessu afaan isaatii waan bayu malee, gara afaanii waan aseenuu miti!»


buddeenna torbaa fi qurxummii'llee ol fuudhee, kadhannaa galataa ni taasise, kukkutee'llee barattoota isaatiif ni kenne, barattoonni isaa'llee ummataaf ni qoodan.


Isaan woliin'llee nyaataaf ni taa'e, buddeena ol fuudhee kadhannaa galataa eega taasiseen duubatti, kukkutee isaanii ni kenne.


Ta'u'llee hoboloowwan kuunniin Xibiryaados ka'anii, gara bakka Yesus kadhannaa galattaa itti taasiseeetii fi gara bakka ummanni buddeena itti nyaatee, bira ni dhufan.


Kana'llee eega jedheen duubatti buddeena ol fuudhee mara duratti Waaqa ni galateeffate, kutee'llee nyaachuu jala ni qabe.


Mootummaan Waaqaa qulqullaawoma Hafuura Qulqullu'uun argamu, nagayaa fi gammachu'uuti malee, waayee nyaataatii fi dhugaati'iitii miti.


Kanaaf woma kamiinuu naminni nyaatu nama hin nyaanne hin ashiniin, ka hin nyaatu'llee nama nyaatu irratti hin murtteessin, isa'llee Waaqinni ufitti fudhateenii jiraatii.


Guyyaa tokko guyyaa bira'aa irra caalisisee ka kabaju yoo jiraate, kana raawwachuun isaa, ulfinna Goofta'aatiif jedheeti, nyaata kamiinuu ka nyaatu ulfinna Goofta'aatiif jedhee ni nyaata, waayee nyaata nyaatuutiif'llee Waaqa ni galateeffata, nyaata kamiinuu ka hin nyaanne ulfinna Goofta'aatiif jedhee hin nyaatu, nyaachuu dhabuu isaatiin'llee Waaqa ni galateeffata.


«Nyaanni gara'aaf, garaan'llee nyaataaf» Eegaa, Waaqinni nyaataa fi garaa'llee ni balleessa, garuu qaaminni keenna Gooftaa Yesusiif, Gooftaan Yesus'llee qaama keennaaf waan ta'eef, qaama keenna sagaagalumma'aaf oolichuun hin malu.


Garuu ati haadha worraa yoo fuute cubbuu sitti ta'a jechu'uu miti, akkuma kana durbbi duudaan takka abbaa worraa titti yoo heerumtte, cubbuu isi'itti ta'a jechu'uu miti. Haa ta'u malee namoonni fuudhan biyya lafaa kanatti rakkinni jireenni baayi'een isaan ni qunnama, hawwiin kiyya'llee rakkinna kana jalaa akka baataniif.


Ta'u'llee garuu gara Waaqaa ka nu dhiyeessuu nyaataa miti, yoo nyaachuu dhabaanne'llee wonitti nurraa dhidhatu woyiituu hin jiru, yoo nyaanne'llee bu'aan nu buufannu woyiituu hin jiru.


Eegaa nyaataan yookiin dhugaati'iin, ayaanota yookiin guyyaa jalqaba ji'aa, yookiin sababaa Sanbbata kabaju'uutiin, eennu'llee isinitti hin murtteessin.


Karaa Yesusiitiin Waaqa Abbaa galateeffata'aa jechaan ta'ee huji'iin waan raawwattan maraa maqaa Gooftaa Yesusiitiin raawwadhaa, isaan'llee Waaqa Abbaa galateeffadhaa.


Fedhiin Waaqaa naminni marrinuu akka fayyanii fi dhugaa akka beekaniif.


Garuu ammoo wonitti Waaqinni uume marrinuu misha'a, galataan yoo fudhatan wonitti gatan woyiituu hin jiru.


Kanaaf haawotiin hiyyeessaa ka umrii isaaniitiin ufi durana hin deemin akka heeruman, ijoollee akka dayan, mana isaanii'llee akka ta'utti akka bulffatan ni gorssa, bifa kanaan diinni waan maqaa ittiin balleessuuf karaa ni dhaba.


Fuuti nama mara birattuu ka kabajame haa ta'u, worri qaanii hin qabnnee fi sagaagalttoota Waaqinni waan isaan irratti murtteessuuf, abbaan worraatii fi haati worraa amanamummaa dhidhisu'uun, wol fuudha akka hin batteessine.


Ka hin baratamin barsiisa gara garaatiin hin booji'aminaa, onneen keenna seerota nyaataa ka gara garaa eegu'uun uduu hin ta'in, kennaa isaa ka bilisaatiin uduu jabaatee dhaabateetii misha'a, seera nyaataa kana namoonni horddofan, womaayyuu isaan hin fayyadinne.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ