Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 4:2 - Waadaa Haarawa

2 Barsiifnni akkanaa kun ka burqqu ufi tuulumma'aan, dhara yoo dubbatan akka waan sibiila oo'ee diimateen haga waan gubamee ta'ee sammuun isaanii ka haddoodde namoota isaa hin gilndifinne irraayyi.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

2 Barumsi akkanaa kun worra sammuun isaanii akka sibiila ibiddaan diimatee gubameetitti hadoode, worra uf tuultotaatii fi sobdoota irraa dhufa.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 4:2
18 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Masihoonni dharaatii fi nabiyyoonni dharaa ni ka'an, isaan uduu danda'aniitii worruma filatamoota Waaqaa'llee dogoggorssu'uuf, baasa ol aana'aa fi wonittoota maalale'ee'llee ni muldhisan.»


«Kaldhoo hoola'aa uffatanii worra isinitti dhufan, keessa isaanii titti garuu akka yayyii buttu'uu kata'an, nabiyyoota dharaa irraa ufi eeggadhaa,


Akkuma kana namoonni tokko tokko jidduu keessan ka'anii, barsiisa sobaa barsiisuun, amantoota baay'ee gara isaanii ni harkisan.


Namoonni Waaqa beeku'uuf waan hin barbaadiniif waan qaanessaa akka raawwataniif, Waaqinni waan hin fayyadineef sammuu isaan dabarssee ni kenne.


Namoonni bifa kanaa kunniin mataa isaanii malee Gooftaa keenna Kristosiin hin tajaajilaniin. Jechoota lallaafaa ta'an ka nama jajaniin onnee namoota gara laafeyyi'ii ni soban.


Ammaa achitti daba sossoba namootaatiin ka qophaaye, bubbee barisiisa dogoggorssa'aatii fi honbololatti'iin garanaa fi garas dhiibamanii akka daa'imman fudhatamanii hin taanu.


Miirri isaanii ka saalfataa waan badeef battummaawwan maraa raawwchu'uuf, mataa isaanii fedha isaanii ka fooniitiif dabarsanii kennanii jiran.


Waaqa ka waaqeffatan fakkaatanii ni muldhatan, huminna waaqeffanna'aa garuu ni waakkatan, namoota akkana jiran irraa fagaadhu.


Isaan baasa ka taasisan hafuurota jinniiwwaniiti, hafuuronni kunniin guyyaa woraanaa ka Waaqa maraa danda'uu ta'utti namoota wolitti qabu'uuf, gara nugusota biyya lafaa mara ni deeman.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ