Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 3:6 - Waadaa Haarawa

6 Ufi tuulumma'aan afuufamee akkuma sheexanni itti murtteeffame, akka itti hin murtteeffamnneef amanaan haarofinni ephis qoposiin hin ta'in.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

6 Uf jaju'uun bokokee, murtii daabiloosiin irratti murteeffametti akka hin kufne, Kiristaana haarawa hin ta'in.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

6 Uf jaju'uun bokokee, murtii daabiloosiin irratti murteeffametti akka hin kufne, kiristaana haarawa hin ta'in.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 3:6
24 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Sheexanni akka bakakka'aa titti darbamee sami'ii yoo bu'u ni argeen,


Yaa obboleeyyan! Ani yoo isin barsiisu isin foonayootaa fi daai'mman hin jabaatin akka ta'uu keessan titti malee, foonayyoota akka ta'uu keessan tittii miti.


Waayee foon Waaqa harkaan hojjatameef qalamee yoo ta'e, sirri'i, «Nu marri keennaa beekkomissa ni qabnna» Haa ta'u malee beekkomissi ufi nama tuulchisa, jaalalli garuu nama ijaara.


Kanniin wonittoota ol aanota natti mulidhatan irraa ka ka'een akka ufi hin dhaadinnef, foon kiyya akka qore'ee titti ka woraanu makkaraarnni naaf ni kenname, kun'llee barataa sheexanaa ta'u'uun ana gad qabee makkaraarssu'uun, akka ani ufi hin dhaadinne ana taasisa.


Asha'aa fi woshaadoo sheexanaa keessatti akka hin kufnnee fi namoota hin amanne biratti'llee maqaa mishaa akka qabaatu barbaachisa.


ufi tuulumma'aan ka afuufamee fi womaayyuu ka hin beekinne, garuu waayee jechaa mormmu'uu fi hawwiin hamaa wocaa isa irra bulee jira, kun'llee ka itti aanssu hinaaffaa, woldhaba, arraba, shakkii hamaa,


ganttoota, ufi eeggannaa ka hin qabnne, ufi tuulummaan ka afuufaman, Waaqa jaalachuu irra gammachuu foonii isaanii ka jaalatan ni ta'an.


Daai'mman haarawa dhalatan aanan akkuma hawwan, isin'llee fayyu'uuf guddata'aa ka itti deemittan, barsiisa qulqulluu hafuuraa hawwaa.


Akkuma kana isin gayeessonni! Jarsoti'iif ajajamaa, marri keessanuu mataa gad qabata akka uffataa titti uffattanii, tokko ka bira'aa haa tajaajilu, «Waaqinni ufi tuulttota ni morma, gara laafeyyi'iif garuu kennaa isaa ka bilisaa ni kenna» jedhamee, barreeffamee jiraatii.


Maleyikoonninuu yeroo cubbuu hojjatanitti Waaqinni uduu garaa isaanii hin laafniif, boolla dukkanaa gad fago'oo keessatti guyyaa murti'ii akka eeggataniif, gara ibidda asaabaa titti isaan ni gate.


Akkuma kana aangoo isaanii eegachuu dhabuu isaaniitiin malayikkoota bakka isaanii gad dhiisan yaadadhaa, isaan Waaqinni haga Guyyaa ol aanaa murti'ii titti hidhaana bara baraatiin, dukkana jimii keessatti isaan eegee turssiisee jira.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ