Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 3:5 - Waadaa Haarawa

5 Naminni maatii mataa isaa bulichu'uuf ka hin dandeenne yoo ta'e, woldaya amanttoota Waaqaa attamitti bulichu'uuf danda'a?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

5 Namni mana ufii attamitti akka horatu hin beenne, Woldaa Kiristaanaa ta Rabbii attamiin eega?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

5 Namni mana ufii attamitti akka horatu hin beenne, attamiin Woldaa Kiristaanaa ta Rabbii eega?

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 3:5
8 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Hafuurri Qulqulluun isin ephis qophoosota taasisee isin muudee jira, eegaa mataa keessan fi gobbu'uuf'llee ufi eeggadhaa, woldaya amanti'ii ta Waaqinni dhiiga ilma isaatiin fayyiseen eegaa.


Yihudicha'llee yoo ta'e, Ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanne'llee yoo ta'e, woldaya Waaqaa'llee yoo ta'e, eennuun'llee hin gufachiisnaa.


Waan maraa aangoo ufii jala taasisee isaaf ni bitamisiiseef, Mana Waaqeffanna'aa titti'llee maraa ol akka ta'uuf, mataa ni taasiseen.


Woldeenni amanti'ii Kristosiif akkuma ajajamitutti, akkuma kana haawotiin worraa waan maraanuu, abbootii worraa isaaniitiif haa ajajaman.


Dhossaan kun ol aana'aa, kana'llee ka jedhu waayee Kristositii fi waayee woldaya amanti'ii fakkeenna taasiseeti.


Mana Waaqa jiraata'aatii fi utubaa bu'ura dhuga'aa ka ta'e maatii Waaqaa keessatti, namoonni maal raawwachuun akka isaan irraa malu akka beekittaniif, qajeelcha kana isiniif ni barreessina.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ