Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 3:1 - Waadaa Haarawa

1 Naminni tokko, «Ephis qophoosota (durssitoota woldayaa amanti'ii) ta'u'uuf yoo barbaade hujii kabaja ni hawwa» jechi jedhu, dhugaalessa.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

1 «Ennullee tooyata'aa fi bulchaa ta'uu yoo barbaade hujii mishaa hawwa» jechi jedhu amanama'a.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

1 «Ennullee yoo tooyata'aa fi bulchaa ta'uu barbaade hujii mishaa hawwa» jechi jedhu amanama'a.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 3:1
19 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Gara Waaqaa titti ka deebi'u sababa cubbamaa tokkootiin, sami'itti maleyikkoota Waaqaa biratti akkuma kana gammachuu ni ta'a, isiniin jedha.»


«Kun'llee wonitti ta'eef kitaaba Faarfanna'aatiin, ‹Manni inni keessa jiraatu duwwaa haa daawatu, eennu'llee keessa hin jiraatin, dabalee'llee muudama isaa naminni bira'aa irraa haa fudhatu› ka jedhu, barreeffamee waan tureef.»


Hafuurri Qulqulluun isin ephis qophoosota taasisee isin muudee jira, eegaa mataa keessan fi gobbu'uuf'llee ufi eeggadhaa, woldaya amanti'ii ta Waaqinni dhiiga ilma isaatiin fayyiseen eegaa.


Amma eegaa ka dubbadhu isin ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amanneef, barataa ummata Waaqa dhuga'aa titti hin amannee akkuma ta'uu kiyyaa titti'llee, tajaajila kiyyaan ulfinnatu natti dhagayama.


Kana'llee ka taasiseef woldeenni qaama Kristosii taate akka ijaaramttuuf, amantoota tajaajila kristaanumma'aatiif qopheesu'uuf.


Tajaajiltoota Yesus Kristosii ka ta'an, Phaawulosii fi Ximotewosiin irraa, Magaalaa Filiphisiiyusii worra jiraataniif, Yesus Kristosiin qulqullaawota ka ta'an maraaf, akkuma kana worra itti gaafatamittootaatii fi gargaartota woldaya amanti'iitiif,


Yaa obboleeyyan! «Worra hujii jibbantti baanadhaa, sodaattota jajabeessaa, dadhabiddoota gargaaraa, nama maraaf obissaa» jennee, isin ni gorssina.


«Yesus Kristos cubbamoota fayyisu'uuf gara biyya lafaa ni dhufe» dubbiin jedhu, dhugaalessaa fi naminni marrinuu fudhachuu ka qabu, cubbamoota mara irraa ka caalu cubbamaan ana.


Jechi kun'llee naminni marrinuu ka fudhachuu qabu, waan dhugaalessa.


Jechi jedhu ka amaname, «Isaan woliin yoo duune, isa woliin ammoo lubbu'uun ni jiraanna.


Ephiis Qophoos (itti gaafatamaa woldaya amanti'ii) ka hujii Waaqaa yabo'oon ka fudhate waan ta'eef ka hin ashaminne ta'uu ni qaba, akkuma kana ka hin boonne, dadafaan ka hin dallanne, ka hin machoofnne, namaan wol dhabaa ka hin ta'in, qarshi'iif ka hin haafofnne ta'uu qaba.


Kun jecha amaname. Waaqatti namoonni amanan hujii misha'aaf akka hisatan, kana maraa ciminnaan akka hubachiifttu ni barbaada, wonitti kun'llee misha'aa fi tokkoo tokkoo namaatiifuu fayyada'a.


Isin keessaa eennu'llee kennaan Waaqaa ka bilisaa akka itti hin dhidhanneef ufi eeggadhaa, akkuma kana yoma hiddi firiin hadhaayaa daraaru'llee jidduu keessantti akka hin baanee fi akka isin hin rakkifnne, namoota baayi'ee'llee akka isaan hin batteessineef, ufi eeggadhaa.


Isin akka hoolota baddee titti asii fi achi ni jettan ture, amma garuu gara tissicha lubbuu keessaniitii fi eegaa keessan, deebitanii jirttan.


Isin keessaa eennu'llee rakkinna yoo fudhatu akka lubbuu ajjeesa'aa, akka hattu'uu, akka yakkama'aa, akka nama waayee namaa keessa aseenuu hin ta'in.


Yabo'oon ka isinitti kenname gobbuu Waaqaa eegaa, gobbuu ka eegiddan'llee huminnaan uduu hin ta'in, bifa Waaqinni barbaaduun, fedhi'iin haa ta'u, qarshi'iif joojoru'uun uduu hin ta'in tajaajilu'uuf fedhii qabddaniin haa ta'u.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ