Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 1:8 - Waadaa Haarawa

8 Naminni akka ta'utti yoo ittiin hojjate Seerri mishaa ta'uu ni beekinna,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

8 Haata'uu ammoo namni akka ta'utti uduu ittiin hojjatee, seerri mishaa akka ta'e hin beenna.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

8 Haa ta'uu ammo namni akka ta'utti uduu ittiin hojjatee, seerri mishaa akka ta'e hin beenna.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 1:8
12 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Misha'aa fi ka gammachiisu muda maleessa ka ta'e'llee, fedhii Waaqaa beeku'uuf akka dandeettan sammuu keessan haaressu'uun jireenni keessan akka jijjiiramu malee, biyya lafaa kana hin fakkaatinaa.


Eegaa ani ka raawwadhu waan hin barbaanne yoo ta'e, seerri mishaa akka ta'e ragaa ni baya.


Ana keessa yookiin amala foonayaa anaa keessa wonitti mishaan woyiituu akka hin jirre ni beeka, waan mishaa raawwachu'uu fedhii yoma qabaadhe'llee, waan mishaa raawwachu'uuf danddeettii hin qabu.


Eegaa seerri dubbii abddii Waaqaa ni mormmaa ree? Gonkumaa hin mormmu! Seerri jireenni ittiin argamu kennamee uduu jiraateetii, qulqullaayomnni karaa seeraatiin ni argama ture.


Akkuma kana naminni fiigichaan dorgomu akkaata seeratiin yoo dorgomuu dhabaate, kennaa gonfaan injifanno'oo hin argatu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ