Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Ximotewoosii 1:7 - Waadaa Haarawa

7 Kana'llee ka taasisan barsiisota Seeraa ta'uuf barbaadaniiti, haa ta'u malee waan dubbatan hin beekan yookiin nu'u sirri'i waan ittiin jedhan'llee hin hubattan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

7 barsiisoota seeraa ta'u'uuf barbaada'aa gara dubbii duwwa'aa siiqaniiran.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Ximotewoosii 1:7
20 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

isaan jaamotaa fi jaamota worra eemaran waan ta'aniif isaan dhiisaa, jaamaan jaamaa yoo eemare lamaanuu boolla keessatti ni kufan.»


Kanaaf, «Hin beekinnu!» jechu'uun, Yesusii ni deebisan. Inni'llee, «Eegasuu ani'llee aangoo maali'iitiin kana mara akka raawwadhu, isinitti hin himu!» isaaniin jedhe.


Guyyaa sadihiin duubatti'llee Mana Waaqeffanna'aa titti ni argataniin, achitti'llee hayyoota jidduu taa'ee isaan yoo dhageeffatuu fi gaafii'llee isaanii ni dhiyeessa ture.


Namoonni tokko tokko Yihuda'aa gara Anxokiyaa deemanii, «Akkaataa Seera Muse'ee kennameetiin yoo hin gadoomin fayyu'uuf hin dandeettan» jedha'aa amanttoota barsiisuu jala ni qaban.


Beeku'uuf ka barbaadu kana qofa, haa ta'u malee isin Hafuura Qulqulluu ka fudhattan seera raawwachu'uun moo? Yookiin dubbii gammachu'uu dhageettanii amanu'uun?


Waaqinni Hafuura isaa ka isinii kennuu fi isin biratti'llee baasa ka taasisu seera raawwachuu keessaniin moo? Yookiin dubbii gammachu'uu dhageettanii amanuu keessaniin?


Isin worri Seeraaf bitamittoota taatanii jiraachuu barbaadan mee natti himaa, waan Seerri jedhu hin dhageettan moo?


ufi tuulumma'aan ka afuufamee fi womaayyuu ka hin beekinne, garuu waayee jechaa mormmu'uu fi hawwiin hamaa wocaa isa irra bulee jira, kun'llee ka itti aanssu hinaaffaa, woldhaba, arraba, shakkii hamaa,


Dubarttoonni akkanaa kunniin yeroo maraa ni baratan, garuu dhugaa gara beeku'uu gayu'uuf hin danda'an.


Yaa obboleeyyan! Nu'u barsiisota worri taane murtii caalaa ta'e akka fudhannu ni beekittaniitii, isin keessaa baayi'eewwan barsiisota hin ta'in.


Barsiisonni dharaa tunniin garuu waan hubachu'uuf isaan dhibeef nama ni arrabssan, isaan xamadamu'uu fi ajjeefamu'uuf akka waan dhalatanii, akka beeyiladootaa miira isaanii ka uumamaatiin jiraataniitii fi akka beeyiladoota sammuu hin qabnneetii, akkuma beeyiladoonni badanitti isaan'llee raawwatan ni badan.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ