1 Gara Ximotewoosii 1:3 - Waadaa Haarawa3 Gara Maqedooniyaa yeroo deemutti akkuma yaboo siin jedheen namoonni achi jiran tokko tokko barsiisa sobaa akka hin barsiifinne akka taasfttu, Efesooniin taa'i. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA3 Hennaa gara Meqidooniya'aa deeme gari gariin barumsa addaa akka hin barsifneef, gara mammaaka dhuma hin qabinee, gara seenaa dhalootaa akka hin caqafne, akka isaan ajaju Efesooniin keessa akka teettu sii kadhadhe. Wontoonni akkanaa kunniin wol mormii waan fidaniif. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu3 Hennaa gara Maqedooniya'aa deeme gari gariin barumsa addaa akka hin barsiifneef gara mammaaka dhuma hin qabnee, seenaa dhalootaa akka hin caqafne, akka isaan ajaju Efesooniin keessa akka teettu sii kadhadhe. Wontoonni akkanaa kunniin wol mormii waan fidaniif. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Naminni tokko gara keessan dhufee nu'u ka lallabnne uduu hin ta'in Yesusii bira'aa isiniif yoo lallabe, yookiin hafuura isin ufitti fudhattan uduu hin ta'in hafuura bira'aa yoo fudhattan, yookiin wongeela ufitti fudhattan uduu hin ta'in wongeela bira'aa yoo fudhattan, caldhifttaniituma injifatamtan jechu'u.