Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Gara Worra Tasaloonqee 2:3 - Waadaa Haarawa

3 Nu'u ka isin gorssine dogoggoraan yookiin kaayyoo batti'iin eemaraminneetii miti, isin sobu'uuf wonitti raawwanne womaayyuu hin jiru.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

3 Kadhaan keenna dogoggoraan yookiin battumma'aan yookiin hammeennaan waan hin turreef.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

3 Kadhaan keenna dogoggoraan, yookaan battumma'aan, yookaan hammeennaan waan hin turreef.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Gara Worra Tasaloonqee 2:3
18 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Dhoffama'aa fi saalfachiisaa waan ta'e dhabamisiifnnee jira, dabaan'llee hin hojjannu, dubbii Waaqaa'llee hin jijjiirru, irra caalaa dhugaa ifaan ni muldhifnna, mataa keenna'llee sammuu nama maraatiif Waaqa duranatti ifa ni taasfnna.


Nu'u dubbii Waaqaa akka worra meeshaa daldalaa gurguranii titti akka baayi'eewwaniitii miti, garuu akka worra Waaqa biraa ergaman akka ergamoota qajeelttotaa, Kristosiin taanee Waaqa duranatti ni dubbanna.


Waaqinni ka nu waame qulqullaawomaan akka jiraannuuf malee, battumma'aan akka jiraannuufii miti.


Onnee teessaniin ufitti nu fudhadhaa, nu'u eennuun'llee gadi hin qabnne, eennuun'llee hin miine, eenuun'llee itti fayyadama keennaaf hin taasfnneen.


Nu'u ka barsiifnnu Yesus Kristos Gooftaa ta'uu isaatii fi nu'u mataan keennaa waayee Yesusiitiif tajaajilttoota keessan ta'uu keenna malee, waayee mataa keennaa hin lallabnnu.


Waayee huminna Gooftaa keenna Yesus Kristositii fi waayee deebi'ee dhufiinssa isaa'llee yeroo isinitti himnnetti, mataa keennaa gaachena isaa ija teennaan arginee ka ragaa baannu malee, mammaaka daba ka namaatiin karoorffame horddofinneetii miti.


Waayee kanaan dharaan akka amananiif, Waaqinni huminna isaan dogoggorssu isaanitti ni erga.


Akkuma bifa abbaan ijoollee isaatiif raawwatuu titti nu'llee isin tokkoo tokkoo keessaniif, akka isiniif raawwanne ni beekittan.


Namoonni akkana jiran kunniin ergamittoota Kristosii fakkaachu'uuf mataa isaanii ka jijjiiranii fi ergamittoota dharaatii fi hojjatoota nama goowwoomisan.


Dhalataa biyya Qophiroos ka ta'e, Yooseef ka jedhamu Leewicha tokkotuu jira ture, ergamittoonni «Baarnaabaas» jedha'aa ni waamaniin ture, hiikkaan isaa'llee, «Ilma obissiinssaa» jechu'u.


Kitaabban Seeraatii fi nabiyyootaa eega dubbisaniin duubatti itti gaafatamoonni bakka wolgayi'ii, «Yaa obboleeyyan, ummata ka jajabeessu jecha gorssaa yoo qabaattan dubbadhaa» jedhanii, gara Phaawulosii fa'a nama ni ergan.


ulfinnaaf yookiin salphinnaaf, gilndifamu'uuf yookiin galateeffamu'uuf nu'u ka qophoofnne, dhugaaleyyii yoo taanu sobddoota ni jedhamnne.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ