Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Ergaa Yohaannis 5:8 - Waadaa Haarawa

8 isaan'llee Hafuura, bishaanii fi dhiiga, kunniin sadiinuu ragumma'aan wolii ni galan.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

8 Ayyaanni, bisaanii fi dhiinni kunniin worra ragu; sadiinuu wol ta'an.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

8 Ayyaanni, bisaanii fi dhiinni kunniin worra ragu; sadiinuu wol ta'an.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Ergaa Yohaannis 5:8
14 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

eegaa gara ummata biyya lafaa mara deemaa, maqaa Waaqaa Abba'aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Hafuura Qulqullu'uutiin isaan cuupha'aa, barattoota kiyya taasisaa.


Baayi'eewwan'llee dharaan ragaa itti bayanii ture, ta'u'llee jechi ragumma'aa, wolitti uduu hin galin ni hafe.


«Garuu Waaqa Abbaa biraa ka bayuu fi ani'llee Waaqa Abbaa biraa ka isiniif ergu, Hafuurri dhuga'aa jabeessaan yoo dhufe, inni waayee kiyya ragaa ni baya.


Garuu lolttoota keessaa tokko cinaacha isaa ebo'oon ni woraaneen, bakkumatti cinaacha isaatii dhiigaa fi bishaan ni baye.


Yaada kana woliin'llee dubbiin nabiyyootaa wolii ni gala, kun'llee akkana jedhamee ka barreeffame,


Hafuurri Waaqaa hafuura keennaan woliin ta'ee, ijoollee Waaqaa ta'uu keenna nu'uuf ragaa ni baya.


Ka isaa ta'uu keennaaf ragaa ka ta'u chaaphaa isaa ka nurratti taasisee fi ufi durana qabeenna nu'uuf kennuuf, onnee keennatti Hafuura Qulqulluu, akka wobi'ii taasisee ka nuuf kenne isa.


akkuma kana Yesus ummata dhiiga mataa isaatiin isaan qulqullaawomssuuf, balbala magaalaati'iitiin alatti rakkinna ni fudhate.


Amantii isaanii namoonni waakkatan attamitti dhiifamaan gara Waaqaa titti deebisu'uuf danda'ama? Namoonni kunniin asiin durana ifin isaanii ifee ture, kennaa samii'llee dhandhamanii turan, Hafuura Qulqulluu woliin'llee qoodamtoota ta'anii turan,


Bishaan kun'llee amma isin ka fayyisu fakkeenna cuupha'aati, cuuphaan kun'llee xurii qaamaa dhabamisiisuu uduu hin ta'in, sammuu qulqulluu argachu'uuf kadhannaa gara Waaqaa dhiyaatu, ka isin fayyisu'llee karaa du'aa ka'iinssa Yesus Kristositiin,


Ragummaa namoonni kennan ni fudhanna, ragummaan Waaqaa garuu mara irraa ni caala. Waaqinni ragummaan waayee Ilma isaatiif kenne'llee kana.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ