Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Ergaa Yohaannis 5:7 - Waadaa Haarawa

7 ragoonni sadihii ni jiran,

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

7 Ayyaanni dhuga'a, ka ragullee Ayyaana.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

7 Ayyaanni dhuga'a; ka ragullee Ayyaana.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Ergaa Yohaannis 5:7
31 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Uduma Phexiros kana dubbata'aa jiru duumessi ifaan isaan ni dayeesse, duumessa keessaa'llee, «Ilmi kiyya ka ani jaaladhuu fi itti gammadu'llee kana, isa dhagayaa!» qooniqqi jedhu, ni dhufe.


yoo si dhagayuu dide garuu ragummaan nama lamaa yookiin nama sadihiin waan mikanaayuuf, namoota lama yookiin nama sadihii qabadhuu, gara isaa dhaqi.


eegaa gara ummata biyya lafaa mara deemaa, maqaa Waaqaa Abba'aa, maqaa Ilmaatii fi maqaa Hafuura Qulqullu'uutiin isaan cuupha'aa, barattoota kiyya taasisaa.


Jalqaba dubbiin ni ture, dubbiin'llee Waaqa bira ni ture, dubbiin kun'llee Waaqa ni ture.


Yaa Abbaa! Maqaa kee kabajiin!» Kanaan duubatti, «Maqaa kiyya kabajeenii jira, akkuma kanaan'llee ni kabajaan!» qooniqqi jedhu, sami'ii ni dhufe.


Kun'llee Hafuura dhuga'aati, biyyi lafaa waan isa hin arginee fi waan isa hin beekinneef, ufitti isa fudhachu'uuf hin danda'u, isin garuu, inni isin woliin waan ta'ee fi isin keessa'llee waan jiruuf, ni beettaniin.


«Garuu Waaqa Abbaa biraa ka bayuu fi ani'llee Waaqa Abbaa biraa ka isiniif ergu, Hafuurri dhuga'aa jabeessaan yoo dhufe, inni waayee kiyya ragaa ni baya.


Waaqinni Abbaan mataan isaatuu burqqaa jireennaa akka ta'u isa taasisee jira.


Kanaaf ani waayee mataa kiyyaatiif ragaa ni baya, Waaqinni Abbaan ana erge'llee ragaa naaf ni baya.»


Yesus'llee akkana jechu'uun ni deebise, «Ani mataa kiyya yoo kabaje kabajaan kiyya gatii hin qabaatu, ka ana kabaju Abbaa kiyya, inni'llee, ‹ka isin Waaqa kenna› jettaniin.


Mirga Waaqaatiin taa'uuf ol yeroo jedhee fi abddii Hafuura Qulqullu'uu'llee Waaqa Abbaa irraa yeroo fudhatetti, kana ka argitanii fi ka dhagaya'aa jirttan kana ni dhangalaase.»


waan kanaaf nu ragootaa, Hafuurri Qulqulluun Waaqinni worra ajajamu maraaf kenne'llee, raga'a.»


Keennaan bilisaa ka Gooftaa keenna Yesus Kristosii, jaalallitti Waaqaa, tokkummaan Hafuura Qulqullu'uu isin mara woliin haa ta'u.


Jalqabumaayyuu ka ture waayee dubbii jireennaa isiniif ni barreessina, kun dubbii jireenna ka dhageennee fi ija teennaan ka argineen, ka laalee fi harka keennaan'llee ka qaqabnneen.


Cuuphama isaa ka mulidhisu bishaanii fi dhiiga du'a isaa mulidhisuun ka dhufe, Yesus Kristos. Inni ka dhufeef bishaan qofaan uduu hin ta'in bishaanii fi dhiigaan. Kun'llee dhugaa waan ta'eef wonitti kun dhugaa ta'uu isaa, Hafuurri Qulqulluun ragaa ni baya,


isaan'llee Hafuura, bishaanii fi dhiiga, kunniin sadiinuu ragumma'aan wolii ni galan.


inni'llee uffata dhiigaan cuuphamee uffatee jira ture, maqaan isaa'llee, «Dubbii Waaqaa» ka jedhamu.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ