Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Ergaa Yohaannis 5:1 - Waadaa Haarawa

1 Yesus Masihii ta'uu ka amanu marrinuu Ilma Waaqaati, ka abbaa jaalatu marrinuu ilma'llee ni jaalata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

1 Namni Kiristoos jedhee Yesuusitti amanu maruu, Rabbiin irraa dhalate. Ka abbaa ufii jaalatu maruu ka isarraa dhalatellee hin jaalata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

1 Namni Kiristoos jedhee Yesuusitti amanu maruu Rabbiin irraa dhalate. Ka abbaa ufii jaalatu maruu ka isa irraa dhalatellee hin jaalata.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Ergaa Yohaannis 5:1
27 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Yeroo sanitti Simoon Phexiros, «Ati Ilma Waaqa jiraata'aa Masihicha» jechu'uun, ni deebiseef.


Inni ummata keenna ni jaalata, bakka woligayii'llee nuuf hojjatee jira» jechu'uun, cimssanii ni kadhataniin.


Wonitti marrinuu isaan ni uumame, waan uumame maraa keessaa'llee, wonitti tokko'llee isaa malee ka uumame hin jiru.


Yesus'llee, «Dhugaa siin jedha, naminni deebi'ee yoo dhalate malee Mootummaa Waaqaa argu'uuf hin dandda'u» jedheen.


Nu'u amannee jirra, Ilmi Waaqaa jiraata'aa akka taate'llee, beekinnee jirra» jedheen.


Yesus'llee akkana isaaniin ni jedhe, «Waaqinni Abbaa keessan uduu ta'ee jiraateetii ana ni jaalattan turttan, ani garana ka dhufeef Waaqa biraayyi, ka ana erge isa malee ani aangoo kiyyaan hin dhufinne.


Yoo deemaan'llee gara bakka bishaan jiru ni gayan, yakkataman'llee, «Kunoo akka hin cuuphamnneef wonitti ana dhoogu maali'i?» jedhe. [


Filiphos'llee, «Onnee kee guutu'uun yoo amantte cuuphamu'uuf ni danddeetta» jedheen. Yakkatamchi'llee, «Yesus Kristos Ilma Waaqaa ta'uu isaa ni amana» jedhe.]


Waaqinni jalqaba uumama isaa maraa akka taanuuf fedhii mataa isaatiin, dubbii dhugaatiin nu ni uumate.


Yesus Kristosii sababaa du'aa ka'uu isaatiin abddii jiraataa ta'e ka nuuf kenne, dhiifama isaa ol aana'aan dhalata haarawaan ijoollee isaa ka nu taasise, Waaqaa fi Abbaan Gooftaa keenna Yesus Kristosii haa galatteeffamu,


Obboleessa isaa ka jaalatu marrinuu ifa keessa ni jiraata, karaa isaatiin'llee nama wonitti gufachiisu hin jiraatu.


Inni qulqullaawomaa ta'uu eega beekittan ka qulqullaawoma ka raawwatu marrinuu, Waaqa irraa ka dhalate ta'uu isaa beekaa.


Nu obboleeyyan keenna waan jaalannuuf du'a gara jireennaa titti ce'uu keenna ni beekinna. Jaalala naminni hin qabnne gaaddisa du'aa keessa ni jiraata.


Naminni biyya lafaa kana irratti qabeenna uduu qabu rakkataa argee garaa yoo hin laafniif, «Waaqa ni jaaladha» jechu'uuf, attamitti danda'a?


Amalli Waaqaa isa keessa waan jiraatuu fi Waaqa irraa'llee waan dhalateef, Ilma Waaqaa ka ta'e cubbuu hin hojjatu, hojjatu'uuf'llee hin danda'u.


Hafuura Waaqaa addaan baafittanii ka beekittan kanaan, Yesus Kristos nama ta'ee fooniin mulidhachuu isaa hafuurri amanu marrinuu, Hafuura Waaqati.


Waaqa ni jaaladha jedha'aa obboleesa isaa ka jibbu ka sobaa, obboleessa isaa ka argu ka hin jaalanne, Waaqa hin argine jaalachu'uuf hin dandda'u.


Yaa waahela kiyya! Jaalalli Waaqa biraa waan ta'eef ufii keenna wol haa jaalannuu, ka jaalatu marrinuu Ilma Waaqaati, Waaqa'llee ni beeka.


Ilma Waaqaa Yesus Kristos waan isa eeguuf Ilma Waaqaa ka ta'e marrinuu, cubbuu akka hin hojjanne ni beekinna, Sheexanni'llee isa hin tuquun.


Ilma Waaqaa ka ta'e marrinuu biyya lafaa ni injifata, biyya lafaa ka injifannu'llee amantii keennaan.


Yesus Ilma Waaqaa ta'uu isaa nama amanu malee, biyya lafaa ka injifatu eennu?


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ