1 Ergaa Yohaannis 1:2 - Waadaa Haarawa2 Jireenni kun mulidhatee jira, nu'llee argineenii jirra, ragaa ni baana'lle'e. Waaqa Abbaa bira ka turee fi nu'utti'llee ka mulidhate, jireenna bara baraa ni dubbanna. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA2 Jireenni mudhate nulle argineerra hin rannalle'e, jireenna bara baraa ka Aabbaan bira ture, ka nuttillee mudhate isinitti himna. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Jireenni mudhate nulle argineerra hin rannalle'e; jireenna bara baraa ka Aabbaan bira ture, ka nuttillee mudhate isinitti himna. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |
Dhossaan amantii keennaa shakkii malee ol aana'aa, inni'llee Waaqinni, «Nama ta'ee ni muldhate, dhugaa ta'uun isaa'llee hafuuraan ni beekkame, maleyikkootatti ni muldhate, ummatoota maraaf ni lallabame, namoonni biyya lafaa irra jiran marrinuu itti ni amanan, ulfinnaan gara sami'ii ol ni deebi'e» ka jedhu.