1 Ergaa Phexiros 5:2 - Waadaa Haarawa2 Yabo'oon ka isinitti kenname gobbuu Waaqaa eegaa, gobbuu ka eegiddan'llee huminnaan uduu hin ta'in, bifa Waaqinni barbaaduun, fedhi'iin haa ta'u, qarshi'iif joojoru'uun uduu hin ta'in tajaajilu'uuf fedhii qabddaniin haa ta'u. အခန်းကိုကြည့်ပါ။WAADAA LAMMATAA2 Tika Rabbii ka Rabbi akka isin tissitan isinitti kenne eegaa'a, hunnaan uduu hin taane akka fedha Rabbiititti, jaalalaan bulchaa malee, giddi'iin hin bulchinaa'a. Dhara bada'aanii miti, fedha mishaa'an malee. အခန်းကိုကြည့်ပါ။Kitaaba Woyyuu2 Tika Rabbii ka Rabbi akka isin tissitan isinitti kenne eegaa'a, hunnaan uduu hin taane akka fedha Rabbiititti, jaalalaan bulchaa'a; giddi'iin hin bulchinaa'a. Dhara bada'aanii miti; fedha mishaa'an malee. အခန်းကိုကြည့်ပါ။ |