Biblia Todo Logo
အွန်လိုင်း သမ္မာကျမ်းစာ

- ကြော်ငြာတွေ -




1 Ergaa Phexiros 4:9 - Waadaa Haarawa

9 Guungummii malee ufii keessan keessumumma'aan wol simadhaa.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

WAADAA LAMMATAA

9 Guugummii tokko malee wol-keessummeessaa'a.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ

Kitaaba Woyyuu

9 Guungummii tokko malee wol keessummeessaa'a.

အခန်းကိုကြည့်ပါ။ ကော်ပီ




1 Ergaa Phexiros 4:9
11 ပူးပေါင်းရင်းမြစ်များ  

Amanttoota obboleeyyan ta'an rakkinna isaaniitiin isaan gargaaraa, keessumumma'aan worra dhufan'llee ufitti fudhadhaa.


Anaa fi woldaya amanti'ii ka asi jiru maraa ka keessummeessu Gaayos nagaya isinii ni dhiyeessa, qarshii qabaa magaalatti'ii ka ta'e Erasxos, obboleessi keenna Qaarxoos'llee, nagaya isinii ni dhiyeessa.


Kanaaf Waaqinni ka jaalatu nama gammachu'uun kennu waan ta'eef tokkoon tokkoonuu waan kennuu barbaade, onnee isaa titti eeyyamee gammachu'uun haa kennu malee, shakka'aa yookiin dirqamaan hin kennin.


Hujima kamiinuu yoo hojjattanitti hin guunguminaa yookiin wol hin mormminaa.


Kanaaf durssaan mana amaniti'ii tokko ka ashaa hin qabnne, hadha worraa takkattii qofa ka fuudhe, hagatti ka jiraatu, mataa ufii ka toowatu, seeraan ka hojjatu, keessummaa simataa ka ta'e, barsiisu'uuf dandeettii ka qabu,


Kana irra keessummaa ka simatu, waan mishaa ta'e ka jaalatu, mataa isaa ka toowatu sirrii ka ta'e, tajaajila Waaqaatiif ka fooyame, ka hagatti jiraatu haa ta'u.


garuu hujiin mishaan kee dirqamaan uduu hin ta'in jaalalaan akka ta'uuf jedhee, si'i uduu hin eeyyamssiisin womaayuu raawwachu'uuf hin barbaadu.


Waan mishaa raawwachu'uu fi waan qabddan kaanniiniif qooduu hin irraafatinaa, Waaqinni ka gammadu ciinccaa akkanaatiin.


keessummaa simachu'uu fi keessummeessuu hin dagatinaa, akkuma kana keessummoota simata'aa keesummeesu'uun namoonni tokko tokko uduu hin beekin, maleyikkoota simatanii keessummeessanii jiran.


Yaa obboleeyyan! Isin irratti'llee akka hin murtteeffamnneef ufii keessan wolitti hin wocinaa, kunoo murtteessan yeroon itti dhufu gayee jira.


ကြှနျုပျတို့နောကျလိုကျပါ:

ကြော်ငြာတွေ


ကြော်ငြာတွေ