Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 9:8 - WAADAA LAMMATAA

8 Ollaan isaatiif achiin dura worri hennaa inni kadhatu arga'aa turan. «Kun ka taa'ee kadhatu sanii mii?» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

8 Olloonni isaatii fi namoonni yoo kadhatu ni arganiin turan, «Naminni kun ka taa'ee ni kadhata ture sanii mitii?» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

8 Ollaan isaatii fi worri achiin dura hennaa inni kadhatu arga'aa turan, «Kun ka taa'ee kadhatu sanii mii?» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 9:8
9 Referans Kwoze  

Yesuus hennaa gara Iyaarikoo dhiyaate namichi ballaan tokko karaa irra taa'ee kadhata'aa ture.


Yesuusii fi darasoonni isaa Yaarikoo dhaqan. Isaan gumii guddaa woliin hennaa Yaarikoo keessaa bayan, Namichi ijji balla'aa ka kadhatu tokko ka Barxiimeewoos jedhamu ilmi Xeemeewoosii karaa irra taa'ee kadhata'aa ture.


Akka Gooftaan arjummaa ufii isi'ii guddise dhagayanii ollaanii fi firoonni isi'ii isii woliin gammadan.


Gariin, «Isuma» jedhan; Kuuwwan ammoo, «Waa, isa fakkaata malee, isaa miti» jedhan. Inni ammoo, «Anuma» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite