Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 9:7 - WAADAA LAMMATAA

7 «Gara haroo Salihoomiititti dhaqiitii dhiqadhu» jedheen, «Salihoom» jechuun ka ergame jechu'u. Kanaaf dhaqee dhiqatee, arga'aa deebi'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 «Deemiitii bakka itti cuuphama Saalihomii titti miicadhu» jedheen. (Saalihoom jechuun «Ka ergame» jechu'u.) Kanaaf namichi dhaqee dhiqateeti, laala'aa ni deebi'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 «Gara haroo Saalihoomii dhaqii dhiqadhu» jedheen; «Saalihoom» jechuun «ka ergame» jechu'u. Kanaaf dhaqee dhiqatee arga'aa deebi'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 9:7
21 Referans Kwoze  

Isaan keessaa gariin ammoo, «Kun ka ija balla'aa bane, kanallee ammoo akka hin duune godhuu hin danda'uu?» jedhan.


Innillee deebisee, «Namichi Yesuus jedhamu biyyee jiisee ija tiyya dibee, gara haroo Salihoomii dhaqiitii dhiqadhu naan jedhe. Anillee dhaqee dhiqadhee, arge» jedhe.


Dukkanaa gara ifaa, baallii seexanaa keessaa gara Rabbii akka deebi'an ija isaanii akka bantuuf banii itti si ergu worra Yihuudota hin taane jalaallee si oolcha.›


Namoota kudha saddeetii ka Saalihoomitti dalloofni dhaga'aa isaanitti jigee ajjeese sun namoota Yeruusaalemiin keessa jiraatan caalaa cubbamtoota isinitti fakkaataa?


Haata'uu ammoo, barri murtayee sun hennaa gaye, Rabbi ilma ufii ka dubartii irraa dhalate, ka Seeraa gad ta'e erge.


Namummaan namaa waan dadhabaa ta'eef, waan seerri godhuu dadhabe, Rabbi godhe; Rabbi Ilma ufii ka fakkeenna namummaa keennaa cubbamaa fakkaate ergee cubbuu akka haqu godheera.


‹Ani Ilma Rabbii ti› waan jedheef, isin ka Aabba woyyoomsee gara adunya'aa erge, ‹Rabbiin arrabsita› jettaniinii?


Yesuusillee, «Worri hin argine akka argan, worri argan akka jaaman, ani gara adunyaa tanaa murti'iif dhufeera» jedhe.


Ifni worra Yihuudota hin ta'initti mudhisu kun, Gumii kee Israa'eliifillee ulfinna fida» jedhee Rabbiin galateeffate.


Balloonni hin argan, worri hokkolan hin deeman, worri dhukkuba gogaa kukkutuun qabaman hin qulqullaayan, ka gurraan hin dhageenne hin dhagayan, worri du'anillee hin ka'an.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite